Qabiyyee
The Easy Way
to Know
About Islam
Kitaabban bebeekkamoo
Kitaabban bebeekkamoon kuusa kitaabaa keessatti argaman

Sagantaan kun waayee wuduu, tayamuuma, dhiqannaa qaamaa bal’inaan dubbata barnoota salaataatis guututti qaba.

kitaabni kuni barnoota salaataa guutuu nama barsiisa.

Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf adeeysiti.

kitaabni kuni kan barnoota bu’ura islaamaa nama barsiisu. waayee salaataatis uf keessaa qaba.

Sagantaan kun wayee tokkumaa rabbiiti nama barsiisa. Ammas utubaalee islaamaa fii iimaanaa uf keessaa qaba.

Barruun tun aqiidaa sirrooytu muslimtootaa (Ahlussunnati wal jamaa’ah) namaaf adeeysiti,bifa qaafi fi deebiitiin qophooyte.

kuni kitaaba akkataa salaata nabi muhammad (s.a.w.) jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti ibsu. akka namni hundi isaanitti hidhatee salaatuu dandayuuf asirratti qophaaye.

sagantaan kuni kitaaba namootaa karaa gabaabaan islaamummaa baranii itti seenuu fedhaniif barnoota gayaa qaba.Ragaawwan qur’aanaafii towraatiifii injiil irratti hundaawaadha. fuula 38 qaba.

Soomana ramadaanaa seera sadarkaa fii naamusa isaa
Viidiyoolee bebeekkamoo
ulagaa salaataa
Muhammad S.A.W Ergamaa tayuu
Sadarkaa ji'a muharrami fii Soomana Aashuuraa -1
Barnoota xahaaraa qulqullinnaa
Beekkomsa 10n dinqisiisaa waayee masiih Islaama keessatti kan ati hinbeeyne
Tooftaa jiruu gammachuu -03
Barruulee beekkamoo
walaloo utubaalee iimaanaa
walaloo utubaalee iimaanaa
317Bal'inaanffaa Utubaalee islaamaa
ffaa Utubaalee islaamaa
190Bal'inaanffaa Utubaalee iimaanaa Jahan
ffaa Utubaalee iimaanaa Jahan
140Bal'inaanTolina amantii islaamaa
Tolina amantii islaamaa
130Bal'inaan