Kitaabni kun sadarkaa daraajaa guddina qur 'aanaati ibsa. Akkasuma barnoota akkaataa qaraatii qur 'aanaa (tajwiidaa) bal' inaan uf keessaa qaba.
Sagantaan kun waayee sababaa injifannoo waan jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Sagantaan kun waayee akkaataa hojii umraa itti gaggeeffamu jalqabarraa hanga dhumaatti barnoota gayaa uf keessaa qaba.Sagantaan kun waayee akkaataa ho...
Sagantaan kun waayee firummaa maxxansuu mata duree jedhurratti barnoota gayaa uf keessaa qaba.
Sagantaa kana keessatti badiileen gurguddoon irraa dhoowwamne tarreeyfamteeti jirti, hammeenyi isiitis ibsameeti jira. Akka namni hundi hubatee irraa...
Sagantaa kana keessatti barnoota sadarkaa ji’a murramii fii soomanni guyyaa 9ffaa fii10ffaa ji’a kanaa qabu guddaa tahuutu ibsama.dogoggorri ji’a kana...
Sadarkaa ji'a muharrami fii Soomana Aashuuraa -2
Sadarkaa ji'a muharrami fii Soomana Aashuuraa -1
Baatii zulhijjaa kurnan duraa soomanuu.
sagantaa kana keessatti hojiiwwaniifii jechoota galata gurguddaa qabantu ibsama.tan akka zikrii du'aaiifii sabrii fi kkf.
kitaabni kun barnoota dubartii muslimaa kan akkaa waayee xahaaraa, dhiiga baatii fi dayuumsaa, barnoota hijaabaa (hagooggii) fi kkf uf kessaa qaba.
Jamal Muhammad ahmad