Qabiyyee

Qabiyyee sadarkichaa

akkaataa salaata nabiyyii (s.a.w.)

akkaataa salaata nabiyyii (s.a.w.)

books

kuni kitaaba akkataa salaata nabi muhammad (s.a.w.) jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti ibsu. akka namni hundi isaanitti hidhatee salaatuu dandayuuf asirratti qophaaye.

Ergaa tokko qofa

Ergaa tokko qofa

books

sagantaan kuni kitaaba namootaa karaa gabaabaan islaamummaa baranii itti seenuu fedhaniif barnoota gayaa qaba.Ragaawwan qur’aanaafii towraatiifii injiil irratti hundaawaadha. fuula 38 qaba.

Beekkomsa 10n dinqisiisaa waayee masiih Islaama keessatti kan ati hinbeeyne

Beekkomsa 10n dinqisiisaa waayee masiih Islaama keessatti kan ati hinbeeyne

videos

Kuni beekkomsa hubannoo 10 Kan sadarkaa masiih islaama keessatti qabu ibsuudha. Nama dhugaan masiihiifii haadha isaa Maryam jaalatuuf dhiheessina. Kuni raga muslimtoonni isaan kana lameen jaalachuufii kabajuuti. Kanaan malee iimaanni muslimaa hinguutamu. Barnoonni kuni Nama haqaa yaadu hunda -akka muslimtoonni nama kamiiyyuu caalaa masiih jaalataniifii kabajan-nihubachiisa. Jaalalli masiih kandhugaa gama islaamummaa akka oofee nugeessu beekamaadha.

Jaartii heddummeessuu moo sanyoo heddummeessuu?

Jaartii heddummeessuu moo sanyoo heddummeessuu?

videos

Olola warren maalummaa islaamaa hin hubatin hafarsan keessaa islaamummaan dubartii xiqqeessuuf afur fuudhuu hayyame jedhan.  Fiilmii kana keessatti waayee kanarratti dhugaa jiruutu ibsame. Akkasuma kabajaa dubartiin gaaddisa islaamaa jalatti gonfatteetu ibsame. Akkamitti akka qaroominni jaarraa kanaa dubartii kabajaa irraa mulqitee meeshaa daldalaa isii fakkeessiteenis ni ibsama.