Qabiyyee

content

content of video

Description

Kuni beekkomsa hubannoo 10 Kan sadarkaa masiih islaama keessatti qabu ibsuudha. Nama dhugaan masiihiifii haadha isaa Maryam jaalatuuf dhiheessina. Kuni raga muslimtoonni isaan kana lameen jaalachuufii kabajuuti. Kanaan malee iimaanni muslimaa hinguutamu. Barnoonni kuni Nama haqaa yaadu hunda -akka muslimtoonni nama kamiiyyuu caalaa masiih jaalataniifii kabajan-nihubachiisa. Jaalalli masiih kandhugaa gama islaamummaa akka oofee nugeessu beekamaadha.


Kan iyaafame: Jesus

Yaadota