Dhaamsa tawhiidaa hujjaaja beytii Rabbiitiif

kitaabni Dhaamsa tawhiidaa hujjaaja beytii Rabbiitiif jedhu kuni dhaamsa tawhiidaa hujjaajaaf ibsa, shirkiifii sababaa isiirraa  baqachiisa, tawhiidni dhuka daiwaa nabiyyootaa tahuu ibsa, akkasuma haqa Rabbiin gabrootarraa qabu tahus dubbata, eegasii shirkiifii waan tawhiida diigurraa baqachiisuu dubbata.

afaan kee filadhu