Hundee sadeen kan muslima haaraa irratti isii beekuun dirqama ta'u bal'isanii ifoomsuu
WAA’EEc ISLAAMA
Osoul Afaan Oromoo Qonnaa
Sagantaan kun hadiisa filatamoo 80 kan kitaabaan hiikkamee qophaawe ufkessaa qaba. Kan dorgommii sunnaa tiif qopheeffameedha.
kitaabni kuni akkaataa uumaa Nabiyyii s.a.w. ibsa. akkasuma qajeelfama isaa kan hirribaa, dammaqqii, wuduu'aa, salaata halkanii, zikriiwwan ganamaafii...
kitaabni Dhaamsa tawhiidaa hujjaaja beytii Rabbiitiif jedhu kuni dhaamsa tawhiidaa hujjaajaaf ibsa, shirkiifii sababaa isiirraa baqachiisa, tawhiidni...
-kitaabni Aqiidaa ahlusunnaafii jamaa'ah kuni bu'ura hundee iimaanaa waan ahlussunnafii jamaa'aan itti amanan karaa ifataheen barsiisa.
Guide to Islam (Oromo)
Kitaaba kana kaeessatti aqiidaa ahlusunnati waljamaa'ah ttu dhihaate. Gareelee jallattee fii jallinna isiitis nidubbata, deebisas irratti nikenna.
Kitaaba kana keessatti kadha (du' aa'ii) Rabbuma qofaaf qulqulleessuun akka barbaachisuutu dubbatame. Kanarrati Ragaan qur'aanaafii hadiirraayis dhiha...
kuni kitaaba akkataa salaata nabi muhammad (s.a.w.) jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti ibsu. akka namni hundi isaanitti hidhatee salaatuu dandayuuf as...
Kitaabni kuni dubartii muslimaatiif gorsa guddaa hadiisarratti bu'ureeffate uf keessaa qaba.