Kitaaba kana keessatti kadha (du' aa'ii) Rabbuma qofaaf qulqulleessuun akka barbaachisuutu dubbatame. Kanarrati Ragaan qur'aanaafii hadiirraayis dhihaatee jira.