Guyyaa tokko jaalallee kee nabyyiin wajji

kitaabni kuni akkaataa uumaa Nabiyyii s.a.w. ibsa. akkasuma qajeelfama isaa kan hirribaa, dammaqqii, wuduu'aa, salaata halkanii, zikriiwwan ganamaafii galgalaa, naamusa nyaataafii dhugaatii, uffata, yaabbiifii deemsaa, akkaataa namaan wajji jiraachuu hunda ibsa.

afaan kee filadhu