kuni kitaaba akkataa salaata nabi muhammad (s.a.w.) jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti ibsu. akka namni hundi isaanitti hidhatee salaatuu dandayuuf asirratti qophaaye.