Soomanni akkaa hiikkaa afaaniitti ufqabuudha. Fakkenyaaf Rabbiin s.w. akkana jedhe ''innii nazartu lirrahmaani sowman '' hiikkaan " ani ufqabuu rahmaaniif qodhaa godhee jira" jechuudha.
Hikkaan soomanaa akka shari'aatti: guyyaa guutuu fajriin bahurraa kaasee hanga aduun seentutti waan sooma fururraa (nyaata,dhugaatii,walqunnqmtii saalaa godhuu) irraa uf qabuudha ibaadaa Rabbii itti niyyatanii.