Soomanni akkaa hiikkaa afaaniitti ufqabuudha. Fakkenyaaf Rabbiin s.w. akkana jedhe ''innii nazartu lirrahmaani sowman '' hiikkaan " ani ufqabuu...
Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dhirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaa fii ijmaa'aan mirkanaaye...
Soomanni ramadaanaa waggaa lammeysaa hijraati fardii godhame, Nabiin s.a.w. ramadaana sagal soomane.
Soomana Ramadaanaa wanni simannuun kunoo kanneen kana.
Aaadaan nabiikeenyaa s.a.w. ramadaana keessaa ibaadaa Rabbii gosa adda addaa irraa guddisuudha.Jibriil halkan Ramadaanaa hundaawu nabitti dhufee...
Namni soomanaa ibaadaa Rabbii heddummeessuu barbaachisa, haraam hundarraa fagaachuu qaba, salaata shanan yeroo isiitti jamaa'aadhaan salaatuu qaba, ki...
Sodaa Rabbii Qabaachuu fi hamtuu hundarraa uf eeguu
inni ji'a qur'aanni isakeessatti buufame tahuu, kun waan jiini kun ittii sadarkaa guddaa argate keessaa kan hangafaati.
galanni soomanaa lakkoofsaan malettii heddummaatee galfama.
Jaalala Rabbii barbaachaaf waan lubbuun feetu dhiisuu.akka kanaan galata isaa argatanii, jannata isaa badhaafaman
Ulaagaalee soomanni itti dirqama tahu.
Soomana furiinsa jarjarsuu,yogguu aduun seenuu mirkaneyfatan.Nabiin s.a.w. akkana jedhan ''namni toltumarra jira waan soomana furaa jarjarseen''bukhaa...
saalaa godhuu guyyaa soomanaa, kun soomana balleessaa,garuu guyyaa isaa kanhafee soomana itti fufuu qabaa,guyyaa kana qadaa kafaluu qaba,adaba kaffaar...
Sagantaa kana keessatti barnoota seera soomana ramadaanaa guutuutu ibsama. kutaa 46 uf keessaa qaba.
Seera Soomana Ramadaanaa 37